Fayyadamni (Aplikasi) kun waa'ee Sirna Gadaa karaa salphaa ta'een, amaloota bu'uuraa fi maalummaa Sirna Gadaa uummata Oromoo irratti odeeffannoofi hubannoo kennuuf yaadame kan qophaa'eedha.
Mataduree / qabduu barbaaddan cuqaasuun / tuquun odeeffannoo (ibsa) bu'uura waa'ee Sirna Gadaa, Sona Ijoowwan Isaa, Caasaa, Sadarkaa, Dhaabbata (Jaarmiyaa), Odaawwan Gurguddoo, Irreecha fi Seerota Bu'uura
Aplikasi ini dibuat untuk cara yang cepat dan mudah untuk memahami Sistem Gada orang Oromo. Ini menyoroti semua ciri dan ciri asas sistem Gada dengan memberikan maklumat yang perlu anda ketahui, mengenai masalah ini, sistem Gada orang Oromo.
Dengan mengetuk butang / tajuk tertentu, anda dapat dengan cepat mengakses maklumat yang lebih terperinci mengenai Sistem Gada, Nilai Teras, Struktur, Peringkat (Gred), Institusi, Oda utama, Irrecha, dan undang-undang Asas Sistem Gada.